Thursday, September 09, 2010
Dh.R.TVOromiyaa :  Oduuwwan Gaggabaaboo
ODUU
topstory

Baajata mootummaa sirnaan hojirra oolchuuf xiyyeeffannaan hojjatamaa jira jedhame

Adoolessa 22-2002 [DhRTVO]: Muxannoowwan gaggaarii hanga ammaattii argamanirratti hundaa’uudhaan waggoota shanan dhufan fedhii misooma ummataa sirnaan hojiirra akka oolu gochuuf xiyyeeffannaan akka hojjatu biiroon mallaqaa fii misooma diinagdee oromiyaa beeksise. Biiroon kun karoora waggoota shaman dhufanii fii qoodinsa bajataa irratti magaalaa Adaamaatti lenjii kennaa jira jechuun kan gabaase Beeza Abiyyii.
Ergaa
BAGA BARA 2003 NAGAAN GEESSAN! Barri kun kan badhaadhinaa, kan gammachuufi kan guddinaa isinii haatahu jechaa DhRTVO Ayyaanicha isiin waliin Kabajuuf KONSARTII BIRRAA Qaammee 5, magaalaa Adaamaa galma Abbaa Gadaatti Qophessera! Kottaa Ayyaana Bara Haarawaa waliin yaa kabjnu! Kaardiin seensaa iddoo adda addaatti gurguramaa jira.
 .... dabalata

Beeksisa



Beeksisa

You are visitor number