Sunday, September 05, 2010
Dh.R.TVOromiyaa :  Oduuwwan Gaggabaaboo
Ispoortii

Waancaan Addunyaa 23 qofatu hafa.

. Haalumaa kanaan Biyyoonni gara garaa taphootaa biyyaa isaanii bakka bu’uun waancaa seenaa qabeessa kana irratti hirmaatan filachaa jiru. Waancaa Addunyaa Seenaa qabeessa kana ta’ee irratti taphatoonnii biyyoota gara garaa irratti hirmaachuuf hawwii guddaan eeggachaa jiru. Ta’uus yeroo amma kana taphatoonni muraasnii sababa miidhaan kanneen biro immoo leenjiisitoota gareewwaa adda addaan osoo hin filannoon ala ta’a jiru. Halumaa kanaan dursaan taphootaa Jarmaan Maaykil Baalaaki dorgommii Waancaa FA cuppiif gareen Cheelsii Poortis Maa’uuz waliin taphatee irraatti Bootiing waliin walitti bu’uun miidhaa miilaa isaa irraa gaheen dorgommii Waancaa Afrikaa baranaan alaa akka ta’ee BBcn ifa taasiiseera. Dooktarri taphatoota garee Jarman Hans Wilhelm Muller immoo Balaakiif Koophee addaa hojjachiisuuniin dorgommii kana irratti hirmaachisuun akka danda’amuu ibsaniiru.
Ergaa
BAGA BARA 2003 NAGAAN GEESSAN! Barri kun kan badhaadhinaa, kan gammachuufi kan guddinaa isinii haatahu jechaa DhRTVO Ayyaanicha isiin waliin Kabajuuf KONSARTII BIRRAA Qaammee 5, magaalaa Adaamaa galma Abbaa Gadaatti Qophessera! Kottaa Ayyaana Bara Haarawaa waliin yaa kabjnu! Kaardiin seensaa iddoo adda addaatti gurguramaa jira.
 .... dabalata

Beeksisa



Beeksisa

You are visitor number 51255