Thursday, September 09, 2010
Dh.R.TVOromiyaa :  Oduuwwan Gaggabaaboo
Ispoortii

Shaampiiyoonaan Atleetiksii Itoophiyaa 39ffaa guyyaa shanif doorgomama turee xumurameera.

Haala kanaanis kilabni Raayaa ittisa biyyaa dhiiraa akkasumas, dubbaraan waancaa argateera. Kananmalees kilabiin Raayaa ittisaa biyyaa qabxii waliigalaa shaampiyoona atleetiksii Itoophiyaa 39ffaa ta’uun xumureera. Kilabiin Mana Sirreesaa Federaalaa 2ffaa yaggu ta’uu, Baankiin Itoophiyaa 3ffaa ta’ee xumureeraa. Naannooleen Atleetoota isaanii gurmeessuun Cimina isaanii kilabootaa wajjin agarsiisun Naannoo n Oromiya shaampiyoonaa Naannoolee ta’eera .Naannoon ummatoota kibbaa 2ffaa Naannoon Amaaraa 3ffaa yaggu ta’uu naannoon Tigraay 4ffaa ta’un xumuraniiru.
Ergaa
BAGA BARA 2003 NAGAAN GEESSAN! Barri kun kan badhaadhinaa, kan gammachuufi kan guddinaa isinii haatahu jechaa DhRTVO Ayyaanicha isiin waliin Kabajuuf KONSARTII BIRRAA Qaammee 5, magaalaa Adaamaa galma Abbaa Gadaatti Qophessera! Kottaa Ayyaana Bara Haarawaa waliin yaa kabjnu! Kaardiin seensaa iddoo adda addaatti gurguramaa jira.
 .... dabalata

Beeksisa



Beeksisa

You are visitor number