Sunday, September 05, 2010
Dh.R.TVOromiyaa :  Oduuwwan Gaggabaaboo
ODUU

Buna biyya alaatti ergamerraa galiin birrii biliyoona shan argame

Adoolessa 19-2002 [DhRTVO]: Oromiyaatti qulqullina bunaa egsisuu fi omisha isaa guddisuuf hojii hojjatameen waggoottan sadan darban keessa buna gabaa addunyaaf dhiyaate irraa birriin biliyoonni 5 argame. Hojii kana daran milkeessuuf xiyyeeffannaan akka hojjatu, biiroon qonnaa fi misooma baadiyyaa oromiyaa beksisera jechuun kan gabaase Kibree Zalaalam dha.
Ergaa
BAGA BARA 2003 NAGAAN GEESSAN! Barri kun kan badhaadhinaa, kan gammachuufi kan guddinaa isinii haatahu jechaa DhRTVO Ayyaanicha isiin waliin Kabajuuf KONSARTII BIRRAA Qaammee 5, magaalaa Adaamaa galma Abbaa Gadaatti Qophessera! Kottaa Ayyaana Bara Haarawaa waliin yaa kabjnu! Kaardiin seensaa iddoo adda addaatti gurguramaa jira.
 .... dabalata

Beeksisa



Beeksisa

You are visitor number 51255