Sunday, September 05, 2010
Dh.R.TVOromiyaa :  Oduuwwan Gaggabaaboo
ODUU

Mirkanaahuu bulchiinsa gaariitiif gaheen dargaggootaa ol aanadha jedhame

Adoolessa 19-2002 [DhRTVO]: Bulchiinsa gaari mirkaneessuuf gaheen dargaggoota ol’aana ta’uu ,dhaabbanni Abbagar ummataa beeksise. Dhaabbatichi leenjii tajaajla tola oolaa yeroo gannaa bulchiinsa gaarii irratti xiyyeeffate dargaggoota naannoo oromiyaa irraa walitti dhufaniif magaalaa adaamaatti kennaa jira.
Ergaa
BAGA BARA 2003 NAGAAN GEESSAN! Barri kun kan badhaadhinaa, kan gammachuufi kan guddinaa isinii haatahu jechaa DhRTVO Ayyaanicha isiin waliin Kabajuuf KONSARTII BIRRAA Qaammee 5, magaalaa Adaamaa galma Abbaa Gadaatti Qophessera! Kottaa Ayyaana Bara Haarawaa waliin yaa kabjnu! Kaardiin seensaa iddoo adda addaatti gurguramaa jira.
 .... dabalata

Beeksisa



Beeksisa

You are visitor number 51255