Sunday, September 05, 2010
Dh.R.TVOromiyaa :  Oduuwwan Gaggabaaboo
Siyaasa

 

Paartiin Kongiransii Biyyoolessa Oromoo Danbii Naamusa Filannoo irratti miseensoota isaa mariyachiisePaartiin Koongiransii Biyyooleessa Oromoo Godina Shawaa Kibba Lixaa Magaalaa Wallisootti Danbii Naamusa filannoo fi qophii filannoo Bara 2002 irratti Miseensootasaa fi Deeggartootasaa waliin Mari’ateera.... dabalata

 

Itoophiyaa fi Jibuutiin Itoophiyaa fi Jibuutiin walitti dhufeenya gama dinagdee, hawaasuma, siyaasaa qabaan cimaa dhufuusaa jibuutitti Ambaasaderi Itoophiyyaa Shamsaddiin Ahimad Roobeel Beeksisan. ... dabalata

 

walitti dhufenyawalitti dhufenyii Kubaa fi Itoophiyaa yoomiyyuu caalaa cimaa dhufuusaa Ministerri dhimma Alaa Obbo Suyyuum Masfin beeksisan.... dabalata

 

<<<Duubatti

Ergaa
BAGA BARA 2003 NAGAAN GEESSAN! Barri kun kan badhaadhinaa, kan gammachuufi kan guddinaa isinii haatahu jechaa DhRTVO Ayyaanicha isiin waliin Kabajuuf KONSARTII BIRRAA Qaammee 5, magaalaa Adaamaa galma Abbaa Gadaatti Qophessera! Kottaa Ayyaana Bara Haarawaa waliin yaa kabjnu! Kaardiin seensaa iddoo adda addaatti gurguramaa jira.
 .... dabalata

Beeksisa



Beeksisa

You are visitor number 51255