Thursday, September 09, 2010
Dh.R.TVOromiyaa :  Oduuwwan Gaggabaaboo
Fayyaa

 

Godina Harargee Lixaati Buufata Fayyaa aanaa Gubbaa QorichaaGodina Harargee lixaa aanaa Gubbaa Qorichaatti buufataaleen fayyaa 3 bajata mootummaa fi hirmaannaa uummataa birrii miiliyoona 6 ta’uun hojjatamani tajaajila kennuu eegalaniru.... dabalata

 

Dhaabbilee Fayyaa Godina BaaleeGodina Baaleetti dhaabbileen fayyaa bajata mootummaa fi hirmaannaa uummataa walumatti birrii miiliyoona 73n ijaaramaa turan xumuramanii tajaajilaaf qophaa’aniiru.... dabalata

 

<<<Duubatti

Ergaa
BAGA BARA 2003 NAGAAN GEESSAN! Barri kun kan badhaadhinaa, kan gammachuufi kan guddinaa isinii haatahu jechaa DhRTVO Ayyaanicha isiin waliin Kabajuuf KONSARTII BIRRAA Qaammee 5, magaalaa Adaamaa galma Abbaa Gadaatti Qophessera! Kottaa Ayyaana Bara Haarawaa waliin yaa kabjnu! Kaardiin seensaa iddoo adda addaatti gurguramaa jira.
 .... dabalata

Beeksisa


Raadiyoo fi TV

Previous Next


Beeksisa

You are visitor number 52130