Sunday, September 05, 2010
Dh.R.TVOromiyaa :  Oduuwwan Gaggabaaboo
Biizinesii/Ikoonoomii

 

Waldaalee Maayikiroo BuraayyuuWaldaaleen maayikiroo fi xixiqqaa Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuu hojii ijaarsaa fi kan biroo irratti bobba’an shan, bu’aa argataniin konkoolaatota fe’umsaa jaha bitatani hojii eegalan.... dabalata

 

Piroojaktii BishaniPiroojaktoonni bishaani bajata mootuummaa, hirmaannaa uummataa fi deeggarsa dhaabbata mit-mootuummaa irraa argame walumatti birrii miliyoona 8’n Godina Arsii Lixaa Aanaa Qoreetti hojjetaman tajaajila eegalan.... dabalata

 

<<<Duubatti

Ergaa
BAGA BARA 2003 NAGAAN GEESSAN! Barri kun kan badhaadhinaa, kan gammachuufi kan guddinaa isinii haatahu jechaa DhRTVO Ayyaanicha isiin waliin Kabajuuf KONSARTII BIRRAA Qaammee 5, magaalaa Adaamaa galma Abbaa Gadaatti Qophessera! Kottaa Ayyaana Bara Haarawaa waliin yaa kabjnu! Kaardiin seensaa iddoo adda addaatti gurguramaa jira.
 .... dabalata

Beeksisa



Beeksisa

You are visitor number