Sunday, September 05, 2010
Dh.R.TVOromiyaa :  Oduuwwan Gaggabaaboo
Qonnaa

 

.Imaammannii fi tarsimoon Qonnaa Dhaabbanni Demokraatawaa Ummata Oromoo (DH.D.U.O)’n baase bu’aa qabatamaa argamsiisaa jira.Dhaabbanni Dimokraatawaa Ummata Oromoo gartummaa fi aantummaa ummaataa qaburraa ,Imaammannii fi tarsimoon Qonnaa inni baase ittiin hojjataa jiru, jiruu fi jireenya qonnaan bultoota jijjiiraa jira.... dabalata

 

Ayyaanni Qonnaan Bultoota Amajjii 29 magaalaa Maqaleetti ni kabajama. Sadarkaa biyyooleessaatti Ayyaanni Qonnaan Bultoota Amajjii 29, bara2002 magaala Maqaleetti akka kabajamu Ministeerri Qonnaa fi Misooma Baadiyyaa beeksise.... dabalata

 

<<<Duubatti

Ergaa
BAGA BARA 2003 NAGAAN GEESSAN! Barri kun kan badhaadhinaa, kan gammachuufi kan guddinaa isinii haatahu jechaa DhRTVO Ayyaanicha isiin waliin Kabajuuf KONSARTII BIRRAA Qaammee 5, magaalaa Adaamaa galma Abbaa Gadaatti Qophessera! Kottaa Ayyaana Bara Haarawaa waliin yaa kabjnu! Kaardiin seensaa iddoo adda addaatti gurguramaa jira.
 .... dabalata

Beeksisa



Beeksisa

You are visitor number 51255