Sunday, September 05, 2010
Dh.R.TVOromiyaa :  Oduuwwan Gaggabaaboo
ODUU
ODUU HANGAFAA

Yaa’iin dhaabbatummaa Dh.D.U.O 6 ffaa sirna miidhagaan galma abbaa Gadaatti taa’ameera

Hgayya 29-2002[DhRTVO]: Karoora guddinaafi Tiraansifoormeeshiin, hojjira oolchuudhaan gudina Biyyaa keenyaa sadarka amansisaa irraan ga’uudhaaf DH.D.U.O’n ammas kuttannoo dhaan hojjachuudhaaf qophaa’eera. Yaa’iin dhaabbatama DH.D.U.O 6ffaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti sirna waa hedduutoleen egalameera.  ....  dabalata

 

 

 

Oduu Sagalee

Download

Listen More
Oduu Suur-sagalee
Download      Watch More
Haala Qilleensaa

Haala Qilleensaa kan Guyyaa Sadi

Finfinnee

Rainy

Rainy

Ol'aanaa:21°COl'aanaa:21°COl'aanaa:°C
Gad'aanaa:14°CGad'aanaa:14°CGad'aanaa:°C
Gaaffii fi Deebii
Ergaa
BAGA BARA 2003 NAGAAN GEESSAN! Barri kun kan badhaadhinaa, kan gammachuufi kan guddinaa isinii haatahu jechaa DhRTVO Ayyaanicha isiin waliin Kabajuuf KONSARTII BIRRAA Qaammee 5, magaalaa Adaamaa galma Abbaa Gadaatti Qophessera! Kottaa Ayyaana Bara Haarawaa waliin yaa kabjnu! Kaardiin seensaa iddoo adda addaatti gurguramaa jira.
 .... dabalata

Beeksisa



Beeksisa

You are visitor number 51266